Gamteessi

Deetaa hangiiwwan man'ee qofagaloo tokko ykn tokkoo oli makuun, fankishinii ifteessitetti fayyadamuun hammangaa haaraa shallaga.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Data - Consolidate.


Fankishinii

fankishinii deetaa gamteessuu barbaaddee fili.

Hammanga gamtoominaa

Hangii man'ee gamteessuu barbaaddee agarsiisa.

Hammanga deetaa maddaa

Hammanga man'ee kan hammangawwan man'ee sanduuqa Hammanga gamtaa'inaa keessatti tarreeffan wajjin gamteessuu barbaaddee ifteessa.Hammanga man'ee wardii kessaa fili,sana boodaida'i cuqaasi.Akkasumas maqaa man'ee durmurtawaa tarree Hammanga deetaa maddaa irraa filuu dandeessa.

Suntuursi / Irraanessi

Click the Shrink icon to reduce the dialog to the size of the input field. It is then easier to mark the required reference in the sheet. The icons then automatically convert to the Maximize icon. Click it to restore the dialog to its original size.

Yeroo hantuuteedhaan barruu irratti cuqaastu qaaqni ofumaan xiqqaata. Akkuma ati qabduu hantuutee gad lakkiifteen, qaaqni bakkatti deebi'a akkasumas hangi wabii hantuutee waliin qindaa'e galmee keessatti godayyaa cuquliisaan shoolama.

Icon

Suntuuruu

Icon

Irraanessi

Bu'aawwan garagalchi gara

Man'ee duraa iddoo bu'aawwan gamtaa'inaa itti agrsiifaman agarsiisa.

Haqi

Maalimaa ykn maalimoota filataman dhugoomsa osoo hin barbaadiin haqa.

Ida'i

Hammanga man'ee sanduuqa Hammanga deetaa maddaa fi sanduuqa hammngawwan gamtaa'inaakeessatti ifteessaman walitti ida'a.

Dirqalaalee

Dirqalaalee dabalataa agarsiisa.