LibreOffice 7.1 Help
Kutaan kun Bu`uura LibreOffice ibsa.
Kutaan kun Faankishinoota Sa`atii Darbee qaaqalee naqaa fi bahaa galiinsa itti fayyadamaa waamuuf gargaaru ibsa.
Faayiloota (data) itti gargaaraman ibsame uumuu fi to`achuuf Faankishinoota I/O Faayilii gargaarami.
Himootaa fi faankishinoota asitti ibsaman guyyaa fi yeroo herreeguuf fayyadami.
Use the following statements and functions to define the way LibreOffice Basic reacts to run-time errors.
faankishinoonni lakkoofsa armaan gadii hediisa dalagu. Herreegni fi ogeejjiin Buuliyaanii kutaa addaatti ibsame.Faankishinoonni Ogeejjii irraa adda, faankishinoonni walii galtee dabarsuu fi bu'aa deebisuu yoo ta'u ogeejjiin immoo bu'aa himannoowwan lakkoofsaa lamaa walitti qabuun deebisa.
Himoonni fi faankshinoonni armaan gadii jijjiiramtoota walii dalaguuf.Jijjiiramtoota ibsuuf ykn qindeessuuf,jijjiiramtoota gosa tokkorraa gara birootti geeddaruuf,ykn gosa jijjiiramaa murteessuuf faankshinoota kana fayyadamuu dandeessa.
Kuni, tarreffama faankishinootaa fi himootaa kanneen akaakuu biraa keessatti hin hammatamnee ti.